Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bitooteessa Saddeet “ Guyyaa Dubartoota Addunyaa”


Obse Lubo

Walakkaa hawaasaa kan ta’an Dubartoonn sochii hawaasaa, dinagdee fi siyaasaa keessatti qooda olaanaa qabaachuu isaanii ragaaleen adda addaa mirkaneessaanii jiran. Garu dubartoonni qooda gama hundaan fudhataa jiraniin qixxee fayyadamoo ta’a jiruu? gaaffiin jedhu deebin argatu akkuma ardii fi biyya keessa jiraatanii adda adda ta’a.

Ayyaana dubartootaa har’a kan ilaaleen keessumoota lama haasoofsiifnee jirra.Ogeettii fayyaa Aaddee Obsee Luboo fi kan abbaan warraa isaanii dhiyeenya kana hidhaa gadhiifaman Aaddee Assalafach Mulaatuu ti.

Gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa

Bitooteessa Saddeet “ Guyyaa Dubartoota Addunyaa”
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:23 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG