Xurree ittiin seenan

Breaking News

Raayyaan Waraanaa Magaalaalee Oromiyaa Tokko Tokk Keessatti Akka Suuqiileen Hin  Banamne Dhorkuu Dubbatu Jiraattonni


Magaalaalee Oromiyaa adda addaa keessatti, hoji-dhaabinsa mormii fi lagannaa gabaa geggeessamaa ture hordofee, humnoonni raayyaa ittisaa, har’a, daldaltoota suuqii isaanii banatanii hojii jalqabuu yaalaniin, “ammaan dura, maaliif cuftan” jechuudhaan, akka hin banne dhorkaa, namoonnis akka manaa hin baane doorsisaa turan jechuun jiraattonni himataa jiran. Godinaa Harargee Bahaa, magaalaa Awwadaay keessatti immoo, kaleessa dargaggoon Eliyaas Ahmed Alishoo jedhamu, raayyaa waraanaan dullaan tumamee ajjeesamuu maatiin isaa Raadiyoo Sagale Ameerikaaf ibsanii jiran.

Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa

Raayyaan Waraanaa Magaalaalee Oromiyaa Tokko Tokk Keessatti Akka Suuqiileen Hin  Banamne Dhorkuu Dubbatu Jiraattonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:41 0:00

XS
SM
MD
LG