Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Ajjeechaa Shashamanneetti Raawwatamee Tureen Shakkaman Keessaa 6 Irratti Himannan Baname


Ajechaa gaafa 06, ji'a 12ffa bara 2010 Shaashamannetti uumameen walqabatee hardha namoota jaha irratti himanaan baname.

Himanaa kana Abbaan Halangaa fi Polisiin sadarkaa Naannoo irra hanga Magaalatti qindaayanii garee addaan qorataa akka turanis himamee jira.

Muktaar Jamaal dhimma kana irratti Ajajaa Qajeelcha poolisi Bulchiinsa magaala Shaashamanee KumandarMakoonin Taadasa dubbisee jira.

shashemene
please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:03:17 0:00

XS
SM
MD
LG