Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ergaa Dr. Abiyyi Barattootaf Dabarsan


Muummichi ministeeraa Itiyoophiyaa Abiy Ahimed barattoota mana barnootaa sadarkaa lammaffaa waliin mana mootummaatti walga’uubn rakkoon hangi tokko ammaaf jiraatuyyuu Itiyoophiyaan ciminaan keessa dabarti jedhan.

Jeequmsi fi awwaarri ka’u kun Itiyoophiyaan gara haaromsaatti deemuu ishee agarsiisa jedhan. Akka fakkeenyaattis waajjira isaanii haaromsamaa jiru tuqanii Itiyoophiyaan akka waajjira haaromsamee bareeddee baati jedhan. Barattoonnis itti gammaduu isaanii dubbatu.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG