Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koomishiniin Poolisii Oromiyaa garee maqaa "Abba Torbeen" gurmaahuun namoota ajjeessa turan tohanaa jala oolchaan jira, jedhe


Magaala Dambi Doolloo

Qaamoleen hidhatan kun, Lixa Oromiyaatti rakkoo uumaam turaniin, lubbuun poolisoota 12 darbuu fi poolisoonni 77 madeessu, milishoota dabalatee humnoonni nageenyaa 40 madaa'uu, lubbuun jiraattota 29 darbuus Buufataalee poolisii garagaraa irraa Qawween Kilaashinkooviin 2072 saamamuu dubbatu – Koomishinarri polisii Oromiyaa Alamaayyon Ijjiguu ibsa hardha kennaniin.

Muktaar Jamaal Koomishiinar Alamaayyoo Ijjiguu waliin gaafii fi deebii deemsise caqasaa. ​

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:29 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG