Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan Aksiyoonaa Barnootaa Waliif Jedhamuu Magaalaalee Oromiyaa 12 Keessatti Hojii Eegale


Waldaan Aksiyoonaa Barnootaa Waliif manneen barnootaa qulqullina isaaniin Afrikaa Bahaa keessatti fakkeenya tahan hojjechaa akka jiru dubbata. Yeroo ammaa waldichi, manneen barnootaa isaa Finfinnee keessa jiran dabalatee magaalaalee Oromiyaa 12 keessatti hojii barnootaa eegalee jira.

Kana malees qo’annoo fi qorannaa qulqullina barnootaa ka geggeessuu fi leenjii kennu tahuu illee dubbata. Gabaastuu keenya haarawa Tsehaay Daamxoo tu Finfinnee irraa erge.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:52 0:00

XS
SM
MD
LG