Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaafii fi Deebii Koomishinara Koomishinni Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromomiyaa Waliin Godhame


Koomishinni Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromomiyaa, kanneen maallaqa qarshii miliyoona 77 ol qisaasan jedhaman namoota 77 too’annaa jala oolchuu beeksisee jira.

Galmeeleen ka biroon akkanaa murtiin itti kenname jiraachuu isaa fi galmeeleen kaan immoo qorannaa jala jiraachuu isaanii dubbata – Koomishinichi.

Kana irratti Muktaar Jamaal Koomishinara Koomishinichaa Obbo Abbbabaa Kabbadaa waliin gaaffii fi deebii geggeessee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:48 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG