Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Amabaasadaroota Haaraa Muddee Jirti


Mootummaan mummicha ministeeraa Abiyyi Ahmad muudama Ambaasadarootaa kana torban kana ifa taasise.Kan qalbii nama hedduu harkise garu namoonni miseensoota paartii biyya bulachaa jiru kan hin ta’iin muudamuu isaanti.

Ambaasaaddaroota haaraa muduun dabalatee hojii ministeera haajaa alaa Itiyoophiyaa gaggeessu kun jijjirama biyyatti keessaatti argame waliin hidhata kan qabu ta’u mootummaan ibsaa turuun ni yaadatama.

XS
SM
MD
LG