Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitii Saayinisii fi Teknooloojii Adaamaa Keessatti Barattoonni Du'anii Argaman


Yunivarsitii Saayinisii fi Teknooloojii Adaamaa keessatti barattoonni lama du’anii argamuun dhuma torban dabree irra gabaasamee jira.

Sadeenuu barattoota waggaa afuraffaa fi hiriyoota tahuun isaaniis beekamee jira. Poolsiin dhimma isaa akka qorataa jiru dubbata.

Ba’iin qorannaa kanaa haga har’aatti kan hin beekamiin ta’uu gabaasaan keenya – Muktaar Usmaan nuuf ibsee jira.

Gabaassaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:48 0:00

XS
SM
MD
LG