Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Labsiin Nagaa Abbaa Gadaa Jiloo Mandh’oon Darbe Waan Dansa’ Jiraattota Godinaalee Gujii Lameen


‘Labsiin Nagaa’ Wixata darbee kaasee Abbaa Gadaa Jiloo Mandh’ootiin labsame nagaa naannootti buusuuf bu’aa akka qabu jiraattonni Godinaalee Gujii Bahaa fi Lixaa dubbatan.

Jiraattonni kunneen humnootni naga kabachiistota mootummaa akkasumas warri hidhtee jiru waamicha kana akka kabajanillee gaafatanii jirani; Galmoo Daawit dabalata isaa qopheessee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:06 0:00

XS
SM
MD
LG