Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maanguddoonni Booranaa Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa Cidharratti Nama Ajjeesan Beenyaa Gaafatan


Jaarroleen Booranaa miseensonni Rayya Ittisa Biyyaa Iddi Lolaatti misirroota ajjeesan beenyaa akka kaffalan gaafatan. Soraa Galgaloo Hoogganaan Waajjira ODP Aanaa Mi’oo Miseensonni Raayyaa Ittisa biyyaa hidhaa jiran kuni warra lubbuun darbeef loon shantama, warra madaayeef soddoma akka kaffalan gaafatanii deebii eegaa jiraachuu himani.

Bulchiinsi Aanichaas warri nama ajjeese mana murtee haa dhiyaatanaiif murtee raayya ittisa biyyaa akka eegaa jiru himeera. Galmoo Daawit dabalata qaba.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:29 0:00

XS
SM
MD
LG