Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan Maccaa fi Tuulamaa Ugguramee Ture Amma Eyyama Argate


Waldaan Maccaa fi Tuulamaa waggootaaf ugguramee ture akka lakkoofsa Itoophiyaatti Amajjii 23 bara 2011 ehama argachuu isaa Pirezdaantii Waldichaa obbo Dirribii Damussee Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.

Waldaan kun akkumaa yeroo jalqaba hundeeffameetti misooma fi barnootaaf Oromoo ijaaruu, Sirnaa Gadaa jabeessuu fi karaa hundaan dandeettii Uummata isaa ijaaruuf kan hojjetu tahuullee dubbata. Tsehaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:27 0:00

XS
SM
MD
LG