Xurree ittiin seenan

Breaking News

Korri Qorannaa Nageenya fi Misooma Afrikaa Irratti Xiyyeeffate Yunivarsitii Arsiitti Geggeeffame


Nageenyaa fi Misooma Afrikaa mirkanessuf tajaajilaa fi qoodinsa qabeenya logii irraa bilisa ta'e diriisuun murteessaa ta'uun himamee jira.

Korri qorannaa, mataduree “Imaammata hirmaachisaa fi tarsiimoo hojiiti hiikama isaa: Nageenyaa fi Misooma Afrikaa Waarinsa qabuuf” jedhamuun, gidduu kana Yunivarsitii Arsii keessatti geggeessamee jira. Muktaar Jamaal tu gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00

XS
SM
MD
LG