Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afaan Oromoo Afaan Federaalaa Yoo Ta'e Carraa Uumu Irratti Mari'achuuf Waltajjii Qophaahe


Afaan Oromoo afaan hojii Mootummaa Federaalaa yoo tahe carraa uumurratti waltajjiin mari'atu Ambotti taa'ameera.

Afaan oromoo Osoo Afaan hojii Federaalaa tahee faayidaawwan qaburratti hayyoonni waraqaa qorannoo dhiyeessaniiru.

Ministeerri Aadaa fi turiizimii tattaaffi afaan ofii guddisuuf godhamu akka jajjabeessu ibseera.

Waltajjiin wal fakkaataa sadarkaa biyyaalessaatti akka qophaa'us maricharratti ibsameera.

Naakoor Malkaa Amborraa

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:29 0:00

XS
SM
MD
LG