Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Hidhattoonni Naannoo Somaalee Dhufan Gujiitti Namoota 3 Ajjeesan’


Hidhattoonni Naannoo Soomaalee dhufan jedhaman kaleessa ganama Gujii Bahaa Aanaa Gumii Eldallootti dhukaasa banuun lubbuun namoota sadii darbuu jiraattonni dubbatan. Balaa dhaqqabe kanaanis namootni kaan sadii yoo madaa’an horiin manaa hedduun saamamuuf jiraattonni dabalanii dubbatanii jiru.

Bulchaan Godina Gujii bahaas nageenyi akka deebi’ee hin boorofneef Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin hojjetaa jirraa jedha.

Gabaasa Galmoo Daawit erge caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:04 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG