Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Qorattoota Ameerikaa fi Briteen Gara Itoophiyaa Imalan


Gareen qorattootaa Ameerikaa fi Briteen sababa balaa xiyyaara Itiyoophiyaa Dilbata dabree qorachuuf Itiyoophiyaa seenee qornnaa jalqabee jria.

Gareen Doktaroota qaama namoota du'anii walitti-qabee qorachuun adda baasus hojii irra jira.

Muktaar Jamaal tu gabaase. Guutummaa isaa caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:05 0:00

XS
SM
MD
LG