Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensonni Waraana Bilisummaa  Oromoo Mooraa Xollaay Jiran Rakkoof Saxilamneerra Jedhan


Faayilii - Miseensota Waraana Bilisummaa  Oromoo Eertiraa irraa deebi'an Tigraayitti gaafa simataman
Faayilii - Miseensota Waraana Bilisummaa  Oromoo Eertiraa irraa deebi'an Tigraayitti gaafa simataman

Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo kan mooraa leenjii Xoollay jiran rakkoo gara garaf saaxilamaa jirachu keenyaa kallessa nyataa lagaachuun mormii agarsiisnera jedha miseensa waraana Bilisummaa Oromoo kan ta'ee maqaa qabsoo Seenxiin kan waamamu akka Raadiyoo Sagalee Amerikaa tti himetti.

Koreen tekinnikaa mormiin akka ture odeffanno qabna yoo jedhuu,Biiroon Bulchinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa ammo laganaanis ta'e mormiin hin ture jechuun Raadiyoo Sagalee Amerikaatti hime.

Gabaasaa Tsahaay Daamxoo caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:37 0:00

XS
SM
MD
LG