Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gumiin Gosa Gurguraa Jijjiirraa Bulchiisa Dirree Dhawaa Hin Fudhadhu Jedhe


Gumii Ugaazaaf barreessaa kan ta’an obbo Jamaal Umar har’a Waaree irratti VOAf akka ibsanitti bulchiinsi Dirree Dhawaa gumii isaa shanaffaa irratti jijjiirraa hooggansaa inni geggeessee akka hin simanne ta’uu ibsan.

Ibsi kun kan inni ilaallatu keessumaa aangoo irraa buusuuf muuduu akkasumas adeemsa gamaaggama Dire dhawaa keessatti geggeessamee.

Kanaaf gamaaggami bulchiisa dirree dhawaa dhiyeenya geggeessame kallattii dhaan jijjiirama irraa akka hin fayyadamne kan godhuu fi namoota dhuunfaan hojii hojjetamee dha.

Namoota dhuunfaatu haala gamaaggamaa sana waliin dha’uu dhaan akka barbaadanitti kan hojjetan.

Kanaaf murtii kana gumiin gosa gurguraa hin fudhatu jedhan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:40 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG