Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaatanii Jireenyaa: Fiilmii Haarawa Eebbifame


Fiilmiin haaraan “Jaatanii Jireenyaa” jedhamuu fi Yeyis Biruun barreeffamee qopheessame Dilbataa darbee kana Galma Aadaa Oromootti bakka jalattoonni artii hedduun argamanitti eebbiffamee baname.

Fiiliin kun dhimma walitti dhufeenyaa hawasumaatti kan fuuleffate akka tahe dubbata, barressaa fi daaretarri fiilmichaa.

“Jaatanii Jireenyaa” barressaa isaa irraa egalee hanga ogeeyyii qophii fi taatota fiilmicha keessatti qooda fudhataniitti, namoota haaraa tahuu ka dubbatan – daawwattoonni fiilmichaa, yaaliin akkanaa jajjabeessamuu qaba – jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan. Gabaasaa Tsahaay Daamxoo caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:14 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG