Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Mooraa Leenjii Xollaay Jiru WBO fi Koreen Teekinikaa Marii Geggeessan 


Faayilii - Loltoota ABO

Kan wamichaa nageenyaa abooii Gadaa fi Koree Teekinikaa dhagahee gara Mooraa Leenjii Xollaay seene waraanni Bilisummaa Oromoo turtii torban sadii oliin bodaa sanbataa xiqqaa darbe koree teknikaan dawwatame jedhan Miseensi WBO tokko.

WBO fi Koreen Teekinikaa kun marii waliin gaggessanii, gaffillee dhimmota WBO fi gaffillee siyaasa hedduun ka'anii Koree kanaan deebbiin kan itti kenname yoo ta’u, kan humna koree oli ta'e immoo qamaa deebisuu danda'uuf dhiyyeessuf koreen kun qabate deebi'uu isaa miseensonni koree tekinikaa kun Raadiyoo Sagalee Amerikaatti himaniiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG