Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaabota 40 ol Barreessen Harkaa Qaba: Obbo Cherinnet Waaqwayyaa


Kitaabota 40 ol Barreessen Harkaa Qaba: Obbo Cherinnet Waaqwayyaa
Kitaabota 40 ol Barreessen Harkaa Qaba: Obbo Cherinnet Waaqwayyaa

Obbo Cherinnet Waaqwayyaa jiraataa magaalaa Naqamtee ti. Kitaabota 40 ol ka barreessanii harkaa qaban yoo tahu ka maxxansiisuu danda'an garuu tokko qofa.​

Sababaa rakkoo maallaqaan maxxanfamuu baatullee gaaf tokko ijoolleen koo ni maxxansisu jechuun barreessuu hin dhaabne. Kitaabonni isaanii hedduun ammoo akka seenaa fi aadaa irratti fuuleffatan dubbatu.

Naakoor Malkaatu Amborraa gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:26 0:00
QARREE - Kitaaba Obbo Cherinnet Waaqwayyaa
QARREE - Kitaaba Obbo Cherinnet Waaqwayyaa

XS
SM
MD
LG