Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaabotaa fi Fiilmii Afaan Oromoo Tibbana Eebbifaman


Tibba kana magaalaa Finfinnee Gidu-gala Aadaa Oromoo keessatti kitaabonni Afaan Oromoo lamaa fi Fiilmiin afaan Oromoo haarawa bahan eebbifamanii jiran.

Keessummoonni sirna eebbaa kana irratti argamanii fi barreessitoonni kitaabota haaraa lameenii, Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf yaada kennaniin Artii fi ogbarruun Oromoo tarkanfii tokko gara fuul-duratti tarkaanfachuu isaa dubbatu.

Tsehaay Daamxoo tu jara haasofsiisee, Finfinnee irraa gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:58 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG