Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Wallagga Lixaatti Baatii Lama Dura Komaand Poostin Hidhaman In Hikkamin Jiru: Maatii Hidhamootaa


Godinaa Wallagga Lixaa aanaa Baabboo Gambeelitti namootni 57 tahan Koomaand poostiin erga hidhamanii baatiin lama darbe jedha maatii hidhamtootaa keessaa namni Raadiyoo sagalee Ameerikaaf yaada isaa kenne.
Waajjirri Paartii Diimookiraasawaa Oromoo aanichaa ammoo kan aanichatti hidhamanii jiran namoota saddeet ykn sagal hin caalani jedha.

Namootni 13 gara Gimbiitti ergamuun dhugaa tahuu himuun sababa mana murtiitti hin dhiyaaneefillee Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsaniiru Itti gaafatamaan waajjirichaa.

Naakoor Malkaa tu Naqamteerraa gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:23 0:00

XS
SM
MD
LG