Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lakkoobsi Dhiiroota Tamboo Xuuxanii Yeroo Jalqabaaf Gad Bu’e: Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa


Addunyaa irratti yeroo jalqabaaf lakkoofsi dhiiroota Tamboo xuuxanii gad bu’uu jaarmayaan fayyaa addunyaa beeksisee jira. Kunis tamboo xuxuu dhaabuuf ykn hanqisuuf tattaafiin godhamu milkaa’uu agarsiisa jedhamee jira.

Gama kaaniin Ripaablikii Demokraatawaa Koongoo keessatti dhukkuba Ibolaa ittisuuf tarkaanfiin fudhatamu sababaa dhabamuu nageenyaan sodaan mudataa jira jedha jaarmayichi.

Lakkoobsi Dhiiroota Tamboo Xuuxanii Yeroo Jalqabaaf Gad Bu’e: Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:21 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG