Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Shawaa Lixaa, Magaalaa Ijaajjiitti Walitti-bu’insa Uumameen Poolsisootaa 4 fi Dargaggoonni 2 Madaa’uun Himame


Itoophiyaa map

Godina Shawaa Lixaa, aanaa Iluu Galaan, magaalaa Ijaajjiitti Kibxata darbe, humnoota nageenyaa fi namoota Taabota Mikaa’elii Waldaa Kiristaanaatti galchanii deebi’an gidduutti wal dhibdee uumameen, poolisoonni Afurii fi dargaggootni lama madaa’uu poolisii fi maatiin dargaggootaa dubbatan.

Wal dhabinsa kana kakaasuutti kenneen shake loboota sadii fi dargaggoota shantama tahan hidhuu hidhuu isaa waajirri poolisii aanichaa beeksisee jira.

Itti gaafatamaan kutaa lallabaa Mana Amantaa Ortodoksii, ka Godina Shawaa Lixaa dhimmicha quba qabaachuu himanii, qalbii tasgabbaa’een ilaaluu barbaachisa, jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:31 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG