Xurree ittiin seenan

Breaking News

Caffeen Oromiyaa Godinaa Addaa Ka Dinagdee Hundeessuuf Labsii Raggaasise


Yaa'ii Caffee Oromiyaa

Caffeen Oromiyaa kara isaa guyyaa lamaataaf geggeessame irratti godinaa Addaa, ka Dinagidee Gadaa jedhamee moggasame akka hundeeffamu labsii bahe raggasisee jira.

Mandarri Gadaa kun Magaala Adaama fi Moojoo jidditti kan hundeeffamu yoo tahu hektaara 24,000 tahu irratti akka hundeeffamus himamee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Caffeen Oromiyaa Godinaa Addaa Ka Dinagdee Hundeessuuf Labsii Raggaasise
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:42 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG