Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haragee Bahaatti Hiriirtota Deggersa Badhaahimaa Mormiin Mudate Jedhama


Faayilii - Namoota muummeen ministiraa Itoophiyaa, Dr. Abiyyi Ahimas Noobeelii Nagahaa badhafamuu isatiin gamachuu ibsachuu hiriira bahan, Amboo, Oromiyaa, Onk. 13 2019
Faayilii - Namoota muummeen ministiraa Itoophiyaa, Dr. Abiyyi Ahimas Noobeelii Nagahaa badhafamuu isatiin gamachuu ibsachuu hiriira bahan, Amboo, Oromiyaa, Onk. 13 2019

Godinaa Harargee Bahaa, bakkawwan tokko tokkotti, hiriirawwan deggersa muummicha-ministaraa Abiyyi Ahimedii fi Paartii Badhaadhinaaf bahan ka danqaan mutate tahuu hirmaattonni VOAn dubbise ibsanii jiran.

Hirirri wal-fakkaataan har’a Shaashemanneetti geggeessame immoo nagaan xumurame, jedha – gabaasaan VOA Adaamaa irraa. Caqasaa.

Haragee Bahaatti Hiriirtota Deggersa Badhaahimaa Mormiin Mudate Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:49 0:00


XS
SM
MD
LG