Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Keessatti Namoota Kuma Toorbatti Dhihaatan Tu Weerara Gifiraan Qabame Jedhama


Faayilii - Mallatoolee dhukuba gifiraa keessaa
Faayilii - Mallatoolee dhukuba gifiraa keessaa

Weerarri Gifiraa ji'a Fulbaana irraa kaasee Godinoota Oromiyaa garagaraa keessatti muldhate namoota kuma torbatti dhihaatan kan qabate yoo ta'uu, Godinoota Arsii Lixaa fi Wallagga Lixaa qofatti magaala Shaashamanee dabalatee daa'imman 18 du'uun isaani himamee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Oromiyaa Keessatti Namoota Kuma Toorbatti Dhihaatan Tu Weerara Gifiraan Qabame Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00


XS
SM
MD
LG