Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaga’amni Siyaasaa fi Guutamuu Dhabuun Tajaajilootaa Sababaalee Yunivarsitii Keessatti Wal-dhibdee Uumman Tahuu Tu Himame


Yunvarsitii Dambi-doolloo
Yunvarsitii Dambi-doolloo

Yunivarsiitii Dambii Doollootti barattoonni Muummee Barnoota Gaazexessummaa hagi VOA waliin marii geggeessaniin sababaaleen wal-dhibdee Yunivarsitii isaanii keessatti mul’atee lama gaaga’ama siyaasaa fi guutamuu dhabuun tajaajilootaa tahuu dubbatan.

Otuu barattoonni wal kunuunsanii fi wal kabajanii akkasumas Yunivarsiitiin osoo rakkoon hin uumamin waltajjii marii mijeessee miidhaa qaqqabuu malu akka hambisuu danda’u dubbatu – barattoonni marichatti hirmaatan.

Gabaasaa VOA, Naakoor Malkaa tu Yunivarsitii Dambi Doollootti argamuun barattoota kana mariisise. Caqasaa.

Gaaga’amni Siyaasaa fi Guutamuu Dhabuun Tajaajilootaa Sababaalee Yunivarsitii Keessatti Wal-dhibdee Uumman Tahuu Tu Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:51 0:00


XS
SM
MD
LG