Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsa Uummattoota Kibbaa Keessatti Namnii Vaayrasii Koronaan Qabame hin Jiru


Hoggantoota Bulchiinsa Uummattoota Kibbaa
Hoggantoota Bulchiinsa Uummattoota Kibbaa

Jiraattonni bulchiinsa naannoo uummattoota gama kibbaa keessa jiran deemsa vaayrasii koronaa kana keessatti akka of hin daganne akkasumas haala barbaachisaa hin taaneen akk vaayrasichaaf of hin saaxille itti aanaa bulchaan naannoo sanaa obbo Ristuu Yirdaaw hubachisanii jiru.

Harka wal qabuun nagaa walgaafachuun akka dhaabatu akkasumas harka ofii saamuunaadhaan sirritti dhiqachuun kan barbaachisu ta'u dubbatan.

Bulchiinsa uummattoota kibbaakeessatti namnii vaayrasii koronaan qabame akka hin jirree fi kanneen shakkiin hordoffiin irratti gaggeeffamaa turan namoonni 39 vaayrasicha irraa walaba ta'uun ibsamee jira.

XS
SM
MD
LG