Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Vaayiresii Korornaatti Shakkamanii Qorataman Keessaa Hagi Toko Walaba Tahan Jedha Mootummaan Itiyoophiyaa 


(Suuraa faayilii)

Itiyoophiyaatti namoonni shan ka Vaayiresii Koronaatiin qabaman haalli fayyaa isaanii kan hordofamaa jiru tahuu Institiyuutiin Fayya Hawaasa Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Namoonini Vaayirasichaan shakamanis hangi tokko vaayrasicha irraa walaba tahuu kan ibse institiyuutichi, isaan hafan ammoo bu'ii qorannaa eegaa jiru jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Namoota Vaayiresii Korornaatti Shakkamanii Qorataman Keessaa Hagi Toko Walaba Tahan Jedha Mootummaan Itiyoophiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:03 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG