Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayrasii Koronaa Ittisuuf Qooda Haa Fudhannu


Yunvarsiitii Hawaasaa

Industriiwwan fi waarshaalee akkasumas Yunivarsitiwwan bulchiinsa naannoo Uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa keessa jiran waan danda'ame mara hojjataa jiru.

Kaampaanilee Industrii kanneen biroon 16 ta'an carraaqqii gochaa kan jiran yoo ta'u waan ittiin funyaanii fi Afaan aguugan yk Maaskii guyyaa guyyaan kuma 10 oomishaa jiru.

Dhiyeenyatti gara Kuma 50tti guddisuuf karoorri akka jiru ibsamee jira,

Yunivarsitiwwan bulchiinsa naannoo sana keessa jiran immo dhangala'aa harkatti cobsuun ittiin haxa'atan qopheessaa akka jiran Yonaataan Zabdiwoos Hawaasaa irraa gabaasee jira.

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG