Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Roobee Keessatti Biiffaan Keemikaala Farra Vaayirasii Akka Geggeessame Dubbata, Bulchiinsi Magaalattii 


Kantibaa Magaala Robee, Obbo Abduljaliil Abduroo
Kantibaa Magaala Robee, Obbo Abduljaliil Abduroo

Tatamsa’ina Vaayiraasii Koroonaa ittisuuf Keemikaalli Farra Vaayirasii Liitira kuma kudha sadeetii ol tahu magaalaa Roobee keessattii fi geejjiba ummataa irratti biifamuu isaa bulchiisi magaaalattii beeksisee jira.

Tatamsa’ina Vaayirasii Koronaa tohachuuf godinaa Baalee fi naannolee waliin qindoominaan kan hojjataa jiru tahuu ibsuudhaan, “namoota biyyoota garaa garaa irra dhufan dabalatee kanneen shakkaman irratti sakata’insii fi hordofiin geggeessamaa jira,” jedhan - Kantibaan Magaala Robee Obbo Abduljaliil Abduroo.

Gaaffii fi deebii Obbo Abdullaahii waliin geggeessame caqasaa.

Magaalaa Roobee Keessatti Biiffaan Keemikaala Farra Vaayirasii Akka Geggeessame Dubbata, Bulchiinsi Magaalattii
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:28 0:00


XS
SM
MD
LG