Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoon Kalaqaa Kudhanii Ol Oomishe Ittisa Vaayirasii Koranaatiif Aguuggii Harkaa Hojjete


Dargaggoo Waasihun Tafarrraa

Hojii kalaqaa kudhanii ol kan oomishee fi kanneen keessaa sadi’iin sadarkaa naannoo fi biyyaalessaatti dorgomee tokkoffaa ba’uun ka xumure, dargaggoo Waasihun Tafarrraa, weerera vaayirasii kooronaa dursanii ofirraa ittissuuf ka gargaaru, meeshaa guwaantii yokaan haguuggii harkaa bakka bu'u hojjetee dhiheessee jira.

Waasihun Yunvarsitii Finfinneetti, barataa waggaa afuraffaa ti.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Dargaggoon Kalaqaa Kudhanii Ol Oomishe Ittisa Vaayirasii Koranaatiif Aguuggii Harkaa Hojjete
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:21 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG