Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitiin Dambi Doolloo Waa’ee Ittisa Vaayrasii Koranaa Kan Uummata Barsiisaa Jiru Tahuu Beeksise 


Ogeessota fayyaa fi Barsiisotni Yunivarsiitii Dambii Doolloo manaa manatti deemanii akkaataa itti Vaayirasiin Koroonaa ittifamu barsiisaa jiru, jedhan Pirezidaantiin Yunivarsiitii Dambii Doolloo, Dooktor Lataa Tasfaayee.

Akka namootni wal irraa hiiqan gochuufis yunvarsitichi konkolaataawwan uummata deddeebi’u jaha ramaduun tajaajila geejjibaa kennaa jira Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Hojii Tola-oltummaa Dhibee Koroonaa dursanii ittisuuf geggeessamuuf maallaqa haga birrii miliyooona shanii tahu ramaduu isaaniis beeksisanii jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Yunivarsitiin Dambi Doolloo Waa’ee Ittisa Vaayrasii Koranaa Kan Uummata Barsiisaa Jiru Tahuu Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:22 0:00


XS
SM
MD
LG