Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoonni Waa'ee Tajaajila Tola-ooltummaa Kennaa Jiranii Maal Jedhu?


Eega weerarri Koroonaa gara Itoophiyaa seene jedhamee jalqabee, dargaggootni kutaa biyyattii garaa garaa hojii tola-ooltummaa adda addaatti akka bobba’anii hawaasa isaanii tajaajilaa jiran yeroo adda addaatti gabaasamaa jira.

Gaheen dargaggootaa kun akkamitti ilaalama? Hojiin tola-ooltummaa dargaggootaa kun jijjiirama fide qabaa? Labsiiwwan gama mootummaan Koroonaa ilaalchisee dabarfamanoo hangam hojiitti hiikamaa jiru?

Gaaffilee kanneenii fi kanneen biroof Naakoor Malkaa dargaggoota sadii waliin telefoonaan marii gabaabaa geggeessee jira.

Dargaggoonni Waa'ee Tajaajila Tola-ooltummaa Kennaa Jiranii Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:13 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG