Xurree ittiin seenan

Breaking News

Nami COVID – 19’ n Qabame Tokko Mooyyaleetti Argame


Faayilii - Wiirtuu qorannoo vaayrasii koronaa, Chaayinaa
Faayilii - Wiirtuu qorannoo vaayrasii koronaa, Chaayinaa

Harra Magaalaa Mooyyalee Keessatti namni dhibee Kooronaan qabame tokko akka argame Waajjirri fayyaa Aanaa Mooyyalee beeksise.

Hoogganaan Karoora Biiroo fayyaa Mooyyale Obbo Garbicha Duubaa nami kun dargaggeessa dhiyeenya kana Keeniyaa gara Itiyoophiyaatti deebi’e ta’uu dubbatan.

Aanan mooyyalee ammas Laaboraatorii namootni Kooronaa qabaachuun shakkaman itti adda baafamu akka hundaawuuf gaafataa jira; Galmoo Daawit.

Nami COVID – 19’ n Qabame Tokko Mooyyaleetti Argame
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:40 0:00


XS
SM
MD
LG