Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waloo Lataa Qana’ii Akka Ameerikaadhaa Deebi’etti Bakka Tursiisa Addaa Kophaa Kaa’ame Irraa Maal Jedha?


Waloo Lataa Qana’ii
Waloo Lataa Qana’ii

Bakka tursiisa addaa ykn Quarantine turuun ofii fi maatii ofii Vaayirasii Koroonaa irraa baraaruuf faayidaa guddaa qaba jedha, Waloo beekamaan Lataa Qana'ii.

Yeroo dhimma hojii isaan wal-qabateen gara Ameerikaa deemee torbanneen muraasaa booda ennaa deebi’u, buufata xayyaaraa Boolee irraa gara bakka tursiisa addaa geessamee guyyoota kudhan caalaaf kophaa achi jiraataa jira. Haala kana akkamitti ilaale? Maal tu itti dhaga'ame?

Gaaffii fi deebii waliin geggeessinee guutummaa isaa caqasaa.

Waloo Lataa Qana’ii Akka Ameerikaadhaa Deebi’etti Bakka Tursiisa Addaa Kophaa Kaa’ame Irraa Maal Jedha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:41 0:00


XS
SM
MD
LG