Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ammaan Booda Qiyyaafannaan Keenya Waan Cufamee Banuu fi Talaalii Barbaachuu Ta'a: Traamp


Ammaan booda qiyyaafannaan keenya waan cufamee banuu fi talaalii barbaachuu ta'a, jedhan prezdaantiin Yunaaytid Isteets. Prezidaant Traamp Robii kaleessaa kana kan ibsan yoo ta'u koree weerara vaayrasiif hundeeffame suun hojii isaa kan itti fufuu ta;uus miseensoota kanneen biroo kan itti dabaluuf jiran ta'u ibsan.

Qiyyaafannii ammaan boodaa dinagdee cufaman banuu tallaalii dhukkuba kooviid fayyisuu ykn ittisuu barbaachuu dha jedhan.

Hayyonni eegumsa fayyaa garu iAmerikaan laalcha duraa dinagdee biyyaaf otoo hin taanee fayyyaa uummataaf kennuu qabii jechaa jiran.

XS
SM
MD
LG