Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoji Dhabiinsi Ameerikaa Keessaa Waggoota 50 Keessatti Isa Ol Aanaa Ta’uutu Himame


Baatii lamaaf dinagdeen addunyaa gad deebi’aa ennaa adeeme kanatti hoji dhabiinsi US keessaa dhibba irraa harka 14.7 yoo ta’u kunis kan Awrooppaa fi biyyootii guddatan kan akka Jaappaanii fi Briteen caala.

Dhibbaan vaayiresiin koronaa fide Ameerikaa dhaaf utuu COVID-19 hin faca’iin dura addunyaa irraa dinagdee jabduu biyya qabdu. Baatilee hanga tokko dura garuu hoji dhabiinsi biyyattii dhibba irraa harka 3.5 kan tureef kunis waggoota 50 keessatti lakkoobsa isa gad aanaa ture.

XS
SM
MD
LG