Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Siyaasaa Amma Itiyoophiyaa Mudateef Furmaatni Jaarmayaa Biyyaalessaa Waloo Hundeessuu Dha, Jedha Gamtaan Medrek


Walittiqabaa Medrek, Proofesar Mararaa Guddinaa
Walittiqabaa Medrek, Proofesar Mararaa Guddinaa

Kongirasii Federaalawaa Oromoo dabalatee dhaabileen 5 kan keessatti argaman Gamtaan Medrek rakkoo seeraa fi siyaasa Itiyoophiyaa mudateef furmaanni jarmaya biyyaalessa kan hunda hirmaachis hundeessuu dha, jedha.

Haala filannoon itti geggefamuu fi hegeree hoggansa siyaasaa biyyatti irrattis yaada falaa dhiheessu isaa Walittiqabaan Medrek, Proofeesar Marara Guddinaa VOAtti himanii jiru.

Gaaffii fi deebii Proofesar Maraaran waliin geggeessine guutummaa isaa caqasaa.

Rakkoo Siyaasaa Amma Itiyoophiyaa Mudateef Furmaatni Jaarmayaa Biyyaalessaa Waloo Hundeessuu Dha, Jedha Gamtaan Medrek
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:47 0:00


XS
SM
MD
LG