Xurree ittiin seenan

Breaking News

Poolisiin Magaalaa Finfinnee Kaleessa Namoota Maaskii Ittisa COVID - 19 Hin Kaa'atiin 1300 Ol Hidhuu Isaa Beeksise 


Faayilii - poolisoota magaala Finfinnee
Faayilii - poolisoota magaala Finfinnee

Wixata kaleessaa kutaalee bulchiinsa magaalaa Finfinnee adda addaa keessatti namoota Maaskii yokaan haguuggii afaanii fi funyaanii osoo hin kaa’atiin bakka namoonni itti baay'atan keessa socho'aa turan 1300 ol to’achuu isaa Koomishiniin Poolsii Fifinnee karaa marsarii yokaan miidiyaa hawaasummaa ibsee jira.

Koomishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa immoo “namoota irra-deddeebi’anii barsiisuu malee haala kanaan hidhuun sirrii miti” jechuun balaaleffate.

Poolisiin Magaalaa Finfinnee Kaleessa Namoota Maaskii Ittisa COVID Hin Kaa'atiin 1300 Ol Hidhuu Isaa Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:31 0:00


XS
SM
MD
LG