Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Ertraa Biyya Alaa Keessa Jiran Gargaarsa Gumachan


Faayilii - Qorannaa COVID-19, Ertraa
Faayilii - Qorannaa COVID-19, Ertraa

Weerara vaayrasii koronaa ittisuuf kan hundeeffame gamtaan lammiwwan Ertraa namoota isaanii baqattummaan mooraa Tigraay keessa jiraniif Qarshii Miliyoona 2.7 arjomanii jiru.

Gargaarsii arjomamee kun jireenya keenya gara fuula duraaf abdii dha jedhu baqattonnni Ertraa Mooraa 4 kan Tigraay keessa jiran kun.

Gargaarsii kennameef kun kan nyaataa fi meeshalee vaayrasii koronaa kan ittiin ittisan ta'u Muluugeetaa Atsebaha a gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG