Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Traamp Ani prezidaantii Seeraa fi Seerrataa Ti Jedhan


Hiriiraawwan mormii ibiyyattii raasaa ennaa jiran kanatti, prezidaant Doonaald Traamp kaleessa galgala haasaa guutuu biyyaaf dhageessisaniin ofii isaanii prezidaantii “seeraa fi seerrataa” ofiin jechuu dhaan magaalaalee fi kutaalee biyyaa kanneen qabeenyaa fi jiraattota isaaniif eegumsa gochuu didanitti waraana Yunaayitid Isteetisn bobbaasa jechuun dhaadatan.

Prezidaant Traamp Ani prezidaantii Seeraa fi Seerrataa Ti Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:50 0:00

Hiriirtonni mormii kaleessa galgala ennaa nagumaan White House fuullee hiriiranii jiranitti prezidaant Traamp akka tasaa labsii labsan.

Gocha shorokeessummaa biyya keessaa hiriirtota mormii hookkara kaasaniin raawwatame jechuu dhaan jeeqamsaa fi seera dhablummaa guutuu biyyattii waliin ga’e kana dhaabsisuuf dhaadatan.

XS
SM
MD
LG