Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dinshootti Shofeerri Tokko Ajjeesamuun Hiriira Mormii Kaase 


Diinshoo, Baalee,Oromiyaa

Godinaa Baalee aanaa Diinshootti Konkolaachisaan konkolaataa guddaa kan maqaan Saadiq Haaji Ibroo jedhamu midhaan irra gahee du’uun walqabatee naannichatti mormii fi muddamni uumamee jira.

Maatiin Saadiiq Haaji Ibiroo fi jiraattonni naannoo ajjeechaa sana kan raawwate poolisii Oromiyaati jechuun himatan. Wajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa Godina Baalee immoo gama isaatiin nama waan kana raawate hin beeknu, qorachuutti jirra, jedhe.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Dinshootti Shofeerri Tokko Ajjeesamuun Hiriira Mormii Kaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:41 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG