Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Lakkoobsi Namoota COVID 19n Qabamanii Dachaan Dabalaa Jira 


Weerarri Vaayirasii Koronaa eega Itiyoophiyaa keessatti mul’atee guyyoota 90 lakkoofsiseera.
Kessumaammoo torban afurii asitti baay'inni namoota vaayirasii kanaan qabamanii dachaan dabalaa akka jiru tu ibsame.

Namoonni biyyaa fi ogeeyyiin fayyaa babal'achuu vaayirasii kanaatiif sababaan of irraa ittisa irratti xiyyeeffannoon hawaasni kennaa jiru xiqqaachuu dhaa eegalee hubachiisawwan kennamaa jiran karaa saayinsawaatiin ta'uu dhabuu dha jedhama.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Itiyoophiyaatti Lakkoobsi Namoota COVID 19n Qabamanii Dachaan Dabalaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:05 0:00


XS
SM
MD
LG