Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Dinshootti Raaw’atamee Tureef Poolisoota Lama Dabalee Shakkamtoonni 12 Qabaman


Diinshoo, Baale,Oromiyaa
Diinshoo, Baale,Oromiyaa

Yakka Ajeechaa godina Baalee Aanaa Diinshootti raaw’atamee tureen wal qabatee namoota 12 tohannaa jala olchuu isaa bulchiinisi Godina Baalee beeksisee jira.

Namooni yakka ajjeechaa Obbo Saadiq Haaji Ibirootti shakkaman Poolisoota lamaa fi eegdota Paarkii Diinishoo kudhan tahuu tu himame.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ajjeechaa Dinshootti Raaw’atamee Tureef Poolisoota Lama Dabalee Shakkamtoonni 12 Qabaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:07 0:00


XS
SM
MD
LG