Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sagantaan Kenninsa Tajaajila Lammummaa Marsaa 2ffaan Waliisootti Eegalame 


Muummeen ministiraa Itoophiyaa Dooktor Abiyyi Ahimad sagantaa kenninsa tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaa marsaa 2ffaa magaalaa Walisootti eegalanii jiran.

Sagantaan Kenninsa Tajaajila Lammummaa Marsaa 2ffaan Waliisootti Eegalame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:45 0:00


Kenninsi tajaajila lammummaa kun hojii tola ooltummaa irraa guddaa fi itti fufinsa kan qabu, qamaa kamiyyuu kan hirmachisuu fi karaa qinda'een kan hojjetmu tahuu dubbatu, aangawoonni mootummaa.

Sagantaa jalqabbii Walisootti geggeessame kana irratti Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hoggannoonni ol’aanoon Oromiyaa fi naannoolee biroo argamaniiru. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Muummeen ministiraa Itoophiyaa Dooktor Abiyyi Ahimad sagantaa kenninsa tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaa marsaa 2ffaa magaalaa Walisootti eegalanii jiran.

Kenninsi tajaajila lammummaa kun hojii tola ooltummaa irraa guddaa fi itti fufinsa kan qabu, qamaa kamiyyuu kan hirmachisuu fi karaa qinda'een kan hojjetmu tahuu dubbatu, aangawoonni mootummaa. Sagantaa jalqabbii Walisootti geggeessame kana irratti Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hoggannoonni ol’aanoon Oromiyaa fi naannoolee biroo argamaniiru.

Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG