Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormii Amerikaa Keessaa Fi Haala Inni Uume


Lammiin ameerikaa hidda dhalata Afriikaa Joorj filooyid harka poolisii utuu jiruu du’uu isaaf kan ka’e guutummaa Yunaaytid Isteetes keessatti haleellaa poolisiin raawwatamuu fi loogii sanyii haxxummaan geggeessamu ilaalchisee mormiin ka’uun ni yaadatama.

Sabaa himaa,industriiwwan Filmii, Televiziyoonaa qophii bashannanaa dhiyeessanii fi spoortii keessattis sochiin eegalamee jira jedha Gabaasa mariama Diyaloo ergitee.

Guutummaa isaa caqasaa

Mormii Amerikaa Keessaa Fi Haala Inni Uume
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:00 0:00


XS
SM
MD
LG