Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lageen Gara Laga Abbayaatti Yaa’an Irra Jireessi Oromiyaa Irraa Ka Maddan Tahuu Dubbatu, Hayyuun Aadaa fi Seenaa   


Lageen Abbayyaatti yaa’an keessaa irra jireessi Oromiyaa keessaa maddu jedhu, hayyuun aadaa fi seenaa Oromoo Obbo Cheerinnat Waaqwayyaa. Lageen kunneen jiruu fi jireenya uummataaf qooda guddaa akka gumaachanillee dubbatu.

Kitaaba isaanii hin maxxanfamin “Wallaggaa Dachee Bantii Bishaanii” jedhamu barreessuuf ennaa dubbisanii fi qoratan hubannoo argatanii fi waa’ee Laga Abbayaa muuxannoo ofii irratti gaaffiifi deebii VOAf kennanii jiran.

Guutummaa isaa caqasaa

Lageen Gara Laga Abbayaatti Yaa’an Irra Jireessi Oromiyaa Irraa Ka Maddan Tahuu Dubbatu, Hayyuun Aadaa fi Seenaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:41 0:00


XS
SM
MD
LG